1 Chronicles 7:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gosa Isakari, ka huji woraana guutu, ka heregani t'aafani, nama kuma saddeetami torbati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaa Yisaakoorii keessaa namoota dhiiraa ka umuriin isaanii duulaaf gaye haga namoota kuma saddeettamii torbaa akka ta'an galmeen fiixaa isaanii hin ibsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa Yisaakorii mara keessaa akka barreeffama hidda dhaloota maatii isaaniititti loltooti jajjabi kuma saddeettamii torba.