1 Chronicles 7:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami worri kunini d'ale, ka huji woraana guutu, ka heregani t'aafani, nama kuma diddamatifi d'ibba lama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaa maatii isaanii keessaa worri umuriin isaanii duulaaf gaye namoota dhiiraa kuma diddamaa fi dhibba lama turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka galmee hidda dhaloota isaaniititti sooressitooti maatii abbaa isaanii, loltoota jajjaba kuma diddamaa fi dhibba lama.