1 Chronicles 8:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beriafi Shemani gosa worraa keesa mata tahani, dira Ayaloni keesa qubatani, worra dira Gathi keesa tau keesaa gusani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bari'aanii fi Shama'aan worra qachaa Ayaaloonii keessa jiraatan bulcha'aa turan; isaan worra biyya Geetii keessa jiraatan maraa hin ari'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Berii'aa fi Shemaan, sooressitoota maatii qachaa Ayalonii keessa le'anuu ti; isaan worra qachaa Gaatii keessa le'anu ari'anee baasane.