1 Chronicles 8:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini worra gosa isaanitifi d'aloota worra isaani ka Yerusalemu keesa taule matati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin maruu worra Yerusaalemiin keessa jiraataniif bulchoota maatii ufii masakkaniif fiixaa isaanii ka dhiigaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun akka hidda dhaloota isaaniititti sooressitoota maati'ii te'anee barreeffamanee, Yerusaalem keessa le'ane.