1 Chronicles 8:7 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maatii duraan Gibi'aa keessa jiraatanii fi worra achiin maayessa hulee sanii baqatanii gara Mihaanaayii dhaqanii jiraataniif bulchoota turan; namni achi isaan fide Geeraa abbaa Uuza'aatii fi abbaa Ahihuudiiti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Na'amaan, Ahiiyaa fi Gera'a. Geraan kun ka yennaa booju'uu san isaan sooresse; inni Uzaa fi Ahiihud uumate.