1 Chronicles 9:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa Israeli ch'ufa namu worra isaani gula t'aafani odu sunile ch'ufa kitaaba Odu Hayyoota Israeli keesati t'aafaniti t'aafani. Worra Yuda, maro wollaala isaanitifi qara boojiani lafa Babiloni geesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii maruu akkuma maatii ufiitiin galmaayan; seenaan kun akkaatama kitaaba mootota Israa'eliitiin barreeffameera; baniin biyya Yihuuda'aa sababaa cubbuu ufiitiif booji'amanii gara biyya Baabiloonii dhaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre kolbaan Israa'elii marti akka hidda dhaloota isaaniititti kitaaba mootota Israa'elii keessatti barreeffamane. Kolbaan Yihuda'aa sababa addatamiisa dhabiisa ifiitiif booji'antee gara biyya Baabilonii fudhatante.