1 Chronicles 9:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni worra isaani mata, ta aka jaba huji Mana Waaqa guutu, nama kuma tokotifi d'ibba torbafi jaatama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin maruu hujii mana woyyuu keessatti hojjatamu maraa hojjachu'uuf worra dandeettii qabu turan; baay'inni isaanii namoota kuma tokkoo fi dhibba torbaa fi jahaatama turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti sooressitooti maatii isaanii kuma tokkoo fi dhibba torbaa fi jaatama; isaan kun worra jajjaba hujii Galma Waaqaa keessaa hujuu dande'u.