1 Chronicles 9:16 — Compare Translations

1 translations compared side by side

Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obaadiyaa ilma Shemaa'iyaa ti. Shemaa'iya ka Gaalaalii, Gaalaal ka Yedutuu ti. Berekiiyaa ilma Aasa'aa ti. Aasaan ka Elqaana'aa ti. Elqaanaan ka olloota Netofaatotaa keessa le'e.