1 Chronicles 9:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Finehasini ilmi Eleazari — Waaqi isaa eebisinna! Duri bara toko yayu worra suni gudda iti tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dura Finihaasii ilma Alaazariititu bulchaa isaanii ture; Rabbillee isa woliin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Ele'azaarii Fiinehaas dur itti gaafatamaa eeddota karraa ti; Mootiin Waan Maraalle isa woliin jiraayyu.