1 Chronicles 9:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama fullo eegu kana ch'ufa fiit'a isaani ta ollowaaniti galtuti qarqaara, ammalle worri kunini bulti torba faro farooni lafa eega.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waardiyyoota kanniin firtoonni isaanii ka gandaa isaanii keessa jiraata'aa turan torbaan torbaaniin kore kore'een dhaqa'aa isaan gargaaruu isaan barbaachisa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri fira isaanii ka ollaa isaanii keessa jiranu yennaa yenna'aan dhufanee guyyaa torbaaf isaan woliin eeganiiyyu.