1 Chronicles 9:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami afraani worra kanati mata gosa Lawi. Ammalle d'iibu Mana Waaqatifi waan keesati oli kayanile worrati harkaa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Leewwotaa keessaa bulchoonni afurii ka waardiyyootaa hennaa maraa baallii guutuu isaan irraa qaban akkasuma isaan meeshaa mana woyyuu keessa jiruu fi kutaa maraafuu worra baallii qaban turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooreyyiin Lewwootaa arfan eeddoti karraa, kolloota Galma Waaqaatii fi addee mey Galma Waaqaa itti maffamu addatamumma'aan eeganiiyyu.