1 Chronicles 9:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini worra aka Mana Waaqa eegani diirama ch'ufa balbala banani, tanaafi worri d'aatu Mana Waaqati gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan mana woyyuu eeganiif ganamaa fi galgalallee worri balbala mana woyyu'uu banu waan isaan ta'eef naannoma san bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galma Waaqaa eegiisaaf, ganama ganamalle karra baniisaaf, itti gaafatamummaa furtu'uu waan qabanuuf, isaan adaala Galma Waaqaa bulaniiyyu.