1 Chronicles 9:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Lawi kaani d'ibiini miha Mana Waaqa keesani hojatani qorqorata. Worri hojja miha suni hujii gadi baasanifi deebisanile tohata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Leewwonni kuuwwan meeshaa qulqulluu mana woyyuu keessatti ittiin hojjatan maraa irratti baallii qaban; isaan meeshaa kanniin hennaa huji'ii laakkaya'aa baasan; huji'iin maayessaallee laakkayanii gara mana woyyu'uu deebisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti gariin itti gaafatantoota meya Galma Waaqaa keessaa ti; isaan meya yennaa itti fayyadamanu laakkowanee baasanee yennaa galchanulle laakkowanee massan.