1 Chronicles 9:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'ibiini miha woyyumatiifi dargaye qit'aani d'aabanifi daad'iifi d'ad'afi hit'aanafi waan sagale mieesa ka iti darani qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa gari gariin daadhii woyini'ii, Dhadhaa ejersaa, Hixaanaa fi urgooftuu irrattillee baallii qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti kuun meya gara garaa, meya woyyicha mara, bullaa qamadi'ii dansaa, daadhii woyni'ii, zayitii, hixaanaa fi uddowaa adda addaa irratti itti gaafatantoota te'ane.