1 Chronicles 9:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami maqa d'aani kunini ch'ufti nama gugurda gosa Lawi keesa aka wolgula d'alatani gula. Worri kunini worra balbala isaniti nama gugurda ka Yerusalemu ke tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin maruu bulchoota worra Leewwotaati; isaan akkaatama gosa ufiitiin Yerusaalemiin keessatti bulchoota ta'anii jiraata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun martinuu, akka hidda dhaloota isaaniititti sooreyyii maatii Lewwi'ii, ka Yerusaalem keessa le'ane.