1 Chronicles 9:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yeielini dira Gibeoni jaare keesa qubate niiti isa maqaani Maaka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yi'i'eel qachaa Gabaa'oonii ijaaree keessa jiraata'aa ture; haati manaa isaa Ma'ikaa jedhamti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan Giibe'onii Yeyi'el qachaa «Giibe'on» jedhamu ijaaree achuma le'e; maqaan niitii isaa Ma'aka'a.