1 Chronicles 9:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gosa Yuda, ka Yerusalemu keesa qubate mana d'ibba jaatiifi sagaltama. Ultaini, ilmi Amihudi, ka ilma Omri, ka ilma Imri, ka ilma Bani worra Peresini, ilmi Yuda d'ale ch'ufa iti gudda Asayani gudda worra isaani ammalle inni worra Shelani, ilmi Yuda, d'ale ch'ufa iti mata, Yeulini gudda worra Zeraani, ilmi Yuda, d'ale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Yihuuda'aa keessaa worri Yerusaalemiin keessa jiraachu'uuf dhaqan maatii dhibba jahaatii fi sagaltama; fiixaan Faareesii ilmi Yihuuda'aa, ilmi ilma Oomirii ilma Amihuudii Utaayiin garuu bulchaa taasisanii filan; kuuwwan worri fiixaa Faareesii Imirii fi Baaniin fa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Faaresii ilma Yihuda'aa keessaa Utaayii ilma Amiihudii ti. Amiihudii ka Omirii, Omir ka Iimrii, Iimrii ka Baanii ti.