1 Chronicles 9:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gosa Benjamini, ka Yerusalemu keesa qubate, kana: Salu, ilma Mershulamu, ka ilma Hodavia ka ilma Hasema Ebneya, ilma Yerohamu, Ela, ilma Uzi, ka ilma Mikri, Meshulamu, ilma Shefatia, ka ilma Reueli ka ilma Ibniya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Yerusaalemiin jiraata'aa turan keessaa gofti Biiniyaamii worri deeman; Hoodawuu ilma Hasanuu, Maashulaa ilma Hoodawuu, Saaluu ilma Maashulaa, Yubinaayaa ilma Yirohaamii, Ilma ilma Mikirii, Eelaa ilma Uuzii, Raa'u'eeli, Maashulaa ilma Shafaaxiya'aa fa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Beniyaaminii keessaa: Sa'aaluu ilma Meshulaamii ti. Meshulaam ka Hodaawiyaa, Hodaawiya ka Hasenu'aa ti.