1 Corinthians 1:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ana Phawuloosii fedha Waaqaatiin ergamaa Yesuus Kiristoosii akka te'uuf waamamee fi obboleessa keenna Sostenees irraa,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqaani kiyya Paulo, ka fed'i Waaqatiini yaamani aka ergattu Kristo Yeso tahu, ammalle oboleesa keenna Sosthene woliini jirra —
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maqaan kiyya phaawuloos, ka akka ergamaa Kiristoo Yesus tahu fedhii Waaqaatiin yaaman, ammallee obboleessa keenna Sostene waliin jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloosii fedha Rabbiitiin ergamaa Yesuus Kiristoosii ta'u'uuf waamamee fi obboleessa keenna Soosteensiin irraa:
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fedha Rabbiitiin ergamaa Yesuus Kiristoosii ta'u'uuf ka waamame Phaawuloosii fi obboleessa keenna Soosteensiin irraa:
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fedhii Waaqaatiin barataa Yesus Kristosii ta'u'uuf ka waamame Phaawulosii fi obboleessa keenna Sostenesiin irraa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ana Phawuloosii fedha Waaqaatiin ergamaa Yesuus Kiristoosii akka te'uuf waamamee fi obboleessa keenna Sostenees irraa: