1 Corinthians 1:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergaan fannifamuu Kiristoosii worra baduuf gowwumma'a; nu worra fayyuuf ammoo hunnna Waaqaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Odeesani duisa Kristoni maskali gubbati due worra badu daalluma fakaatti; ammo nuu worra baafamuti jiru jabeenna Waaqati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Himaansii du'a Kiristoon fannoo gubbaatti du'ee warra baduu daallummaa fakkaata; ammoo nuu warra baafamuutii jiru jabeenna Waaqaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin fanno'oo worra badaniif gowwumma'a; nu worra fayyinuuf ammo hunna Rabbii waan ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbiin fanno'oo worra badaniif gowwumma'a; nu worra fayyinuuf ammoo hunna Rabbii waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbiin fanno'oo namoota badaniif akka gowwumma'aa titti ni laakkayama, worra fayyinu nuu'uuf garuu huminna Waaqaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaan fannifamuu Kiristoosii worra baduuf gowwumma'a; nu worra fayyuuf ammoo hunna Waaqaa ti.