1 Corinthians 1:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffama Woyyicha keessatti, “Ani qarummaa worra qaroole'ee hin balleessa; beekkunsa beekkole'eelle gatii hin dhoogga” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi t'aafiini waan jettu, Anini qalbi worra qaro balleese, hubacha worra wo beekhu d'owa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif barreessiin qulqulloon, “Anin qalbii warra qaroo balleessee, hubachaa warra wa beekuu dhowa” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barreeffama Woyyicha keessatti, «Ogummaa ogeeyyi'ii hin balleessa, hubannaa worra hubatanii hin gata» jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barreeffama Woyyicha keessatti, «Ogummaa ogeeyyi'ii hin balleessa, hubannaa worra hubatanii hin gata» jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ogummaa worra ogeessotaa ni balleessa, beekkomissa worra falaasamootaallee ni dhabamissiisa» jedhamee barreeffamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffama Woyyicha keessatti, «Ani qarummaa worra qaroole'ee hin balleessa; beekkumsa beekkole'eelle gatii hin dhoogga» jedha.