1 Corinthians 1:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti bilbaasa dhagguu fedhan, Giriikootille qarummaa barbaadan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini beesisa waan mama feeti, Grikiini qarooma feeti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudiin beesisa waan mamaa feeti, Giriikiin qarooma feeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa kamiinuu Yihuudonni malkata arguu fedhan; worri Giriikotaallee ogummaa barbaadan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa kamiinuu Yihuudonni, malkata arguu fedhan; worri Giriikotaallee ogummaa barbaadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yoomuu Yihudonni baasa argu'uuf ni barbaadan, namoonni Giriikii ammoo ogummaa ni barbaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti bilbaasa dhagguu fedhan, Giriikootille qarummaa barbaadan.