1 Corinthians 1:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni gowwummaa Waaqaa fakkaattu qarummaa namaa hin caalti; wonni dadhabbii Waaqaa fakkaattulle hunna nama hin caalti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti daalluma Waaqaa fakaattu qarooma nama ira jirti, ammalle wonti laafinna Waaqaa fakaattu jabeenna nama ira jirti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii daallummaa Waaqaa fakkaattaa qarooma namaa irra jirti, ammallee wantii laafinna Waaqaa fakkaattaa jabeenna namaa irra jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti gowwummaa Rabbii fakkaatu qarummaa namaa caala; wonti dadhabbii Rabbii fakkaatu hunna namaa caala.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti gowwummaa Rabbii fakkaatu qarummaa namaa caala; wonti dadhabbii Rabbii fakkaatu hunna namaa caala.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gowummaa Waaqaati jedhamee wonitti yaadamu ogummaa namaa ni caala, dadhabummaa Waaqaati jedhamee wonitti yaadamu'llee, huminna namaa ni caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni gowwummaa Waaqaa fakkaattu qarummaa namaa hin caalti; wonni dadhabbii Waaqaa fakkaattulle hunna nama hin caalti.