1 Corinthians 1:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi, waan worra biyya lafaa biratti barbaachisa'a jedhamee ilallamu akka hin jire godhiisaaf, waan biyya lafaatitti gadi qabamee fi tuffatamee, woyittu hin laakkowanne foyate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan woma imbaane, ka nami tuffatu, ka woma intahiini fohate, aka waan nami waan jabdu sehu balleesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii akka waan namii jabduu sehu balleessu waan homaa hinbaane, ka namii tuffatu ka homaa hintahiin foohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee waan jiru akka waan hin jirree godhu'uuf womaa woma adunya'aa waan tuffatamaa ta'e filate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbillee waan jiru akka waan hin jirree godhu'uuf womaa woma adunya'aa waan tuffatamaa ta'e filate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni namoota biyya lafaa biratti ni jiran jedhamanii wonittoonni muldhatan akka waan hin jirree taasisu'uuf, biyya lafaa titti ka salphatee fi ka tuffatame tasa'llee ta'ee ka muldhatu ni file.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi, waan worra biyya lafaa biratti barbaachisa'a jedhamee ilaallamu akka hin jirre godhiisaaf, waan biyya lafaatitti gadi qabamee fi tuffatamee, woyittuu hin laakkowanne fowate.