1 Corinthians 1:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan keenna Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya isiniif kennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa Abba keennafi Aabbo Yeso Kristoni eebafi nagaya isanii kenniina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa Abbaa keennaatii fi Aabboo Yesus Kiristoon eebbaa fi nagaa isanii kenniina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Abbaa keennaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kirstoosiin irraa badhaaninii fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi Abbaa keennaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kirstoosiin irraa badhaaninii fi nageenni isiniif haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaa keenna Waaqaa fi Gooftaa keenna Yesus Kristosiin irraa kennaan bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan keenna Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya isiniif kennu.