1 Corinthians 1:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Barreeffam Woyyichi, “Ka ifi jaju Gootta'aan ifi jajuu ti” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi akuma t'aafiini jettu, Nami ufi koorsu fed'u ch'ufti ha waan Aabbooni tolcheeni ufi koorsu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf akkuma barreessiin, “Namii ufi koorsuu fedhu cuftii ha waan Aabboon tolcheen ufi koorsuu” jettu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa akkuma akkana jedhamee barreeffame, «Ka dhaadatu Rabbiin haa dhaadatuu.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka ta'uuf Rabbiin biraa ogummaa, qajeellummaa, woyyummaanillee ka nu fureen ka Kiristoos Yesuusii taatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa akkuma kitaaba keessatti barreeffameen, «Ka ufi dhaadu Goofta'aan ufi haa dhaadu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Barreeffam Woyyichi, «Ka ifi jaju Gootta'aan ifi jajuu ti» jedha.