1 Corinthians 1:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi karaa Yesuus Kiristoosiitiin badhaadha ifii waan isinii kenneef ani yennaa maraa isa galateefadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja ch'ufa maro teesaniifi Waaqa kiyya galata deebisa, waan inni Kristo Yeso keesa eeba isani kenneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin yoha cufaa waan innii karaa Kiristoo Yesustiin eebba isanii kenneef, marroo teessaniif galata Waaqaa kiyyaa galcha
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Kiristoos Yesuusitti amantaniif sababa badhaadha isinii kennameetiif hennaa maraa waan keessaniif Rabbiin galatoonfadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoos Yesuusitti waan amantaniif sababa badhaadha isinii kennameetiif hennaa maraa waan keessaniif Rabbiin galateeffadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Kristosiin kennaa isaa ka bilisaa waan isinii kenneef sababa keessaniin, yeroo maraa Waaqa ni galateeffadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi karaa Yesuus Kiristoosiitiin badhaadha ifii waan isinii kenneef ani yennaa maraa isa galateeffadha.