1 Corinthians 1:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin Kiristoosiin waan maraan waan dubbattanuu fi beekkunsaan duroontaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akasitiifi maro Kristotiifi isani ya waan ch'ufaani duroomtani, arabaafi qalbi ch'ufaleeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkasitiif isan marroo Kiristootiif waan cufaan ya duroomtan, arrabaa fi qalbiillee cufaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoosiif raguun kiyya isin biratti akka jabaate, waan maraan waan dubbattanii fi beekkumsa maraan isaan dureeyyii taatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoosiif raguun kiyya isin birratti akka jabaate, waan maraan waan dubbattanii fi beekkomsa maraan isaan dureeyyii taatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan maraanuu haasayaan ta'ee beekkomissaan, Kristosiin duroomitanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin Kiristoosiin waan maraan waan dubbattanuu fi beekkumsaan duroontaneertan.