1 Corinthians 10:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Akka abbootii teenna duumessi isaaniin gubbbaa jiraatee sooressee fi akka isaan martinuu Abbaayaa Diintuu keessa qaxxaamurane isin qaassisuu fedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka isani waan ababoota teenna ta Musa gula yaate taate qabatani fed'a, oboleyaani. Gaafasi dumansi worra ch'ufa qorqorate, worri ch'ufti galaana Shamu nagayaani taake.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan tiyya, anin akka isan waan ababootii teennaa ta Musee gula yaatee taate qaabattan fedha; gaafas duumansii warra cufaa qorqorateetti, warrii cuftii galaana Shamuu nagayaan taakke.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Kana akka beettan barbaada; Abboonni teenna maruu duumessa jala turan; maruu galaana wodhakkaa ceeyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Kana akka beettan barbaada, Abboonni keenna maruu duumessa jala turan; maaruu galaana wodhakaa ceeyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Abbootiin keenna duumessi isaanii ol ta'ee isaan ni eemara akka turee fi marrinuu garba ciisaa diimaa akka ce'an, isin yaadachiisuu ni jaaladha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Akka abbootii teenna duumensi isaaniin gubbaa jiraatee sooressee fi akka isaan martinuu abbaayaa diintuu keessa qaxxaamurane isin qaabachiisuu fedha.