1 Corinthians 10:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni kun duudiin nu'uuf fakkeenna akka teetuuf isaan dhaqqadde; nu worra bara muumme'ee keessa jirruuf ammoo, ifi eeggannoo akka teetuuf barreeffante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini ch'ufti aka nama d'ibi akheekha taatuufi taate, ammalle aka nu gorsanifi t'aafani. Wonti akanatiifi nu bara muummeeni d'iaate keesa jirra.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii kunin cuftii akka nama dhibii akeeka taatuuf taate, ammallee akka nu gorsaniif barreessan. Wantii akkanaatiif nu bara muummeen dhi'aattee keessa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun maruu fakkeenna akka nuu ta'uuf isaan irraa nu bira gaye; nu worra bara dhumaa kana keessa jirruuf akka uf eeggannuuf nuu barreeffame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kun maruu fakkeenna akka nuu ta'uuf isaan irraa nu bira gaye; nu worra bara dhumaa kana keessa jirruuf akka uf eeggannuuf nuu barreeffame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonitti kun marrinuu ka isaan irra gaye nu'uuf fakkeenna ufi eegganna'aa akka ta'uuf, ka barreeffame'llee muummee barnnootaa irratti ka argaminnu, nu'uuf barnnoota akka ta'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun duudiin nu'uuf fakkeenna akka teetuuf isaan dhaqqadde; nu worra bara muumme'ee keessa jirruuf ammoo, ifi eeggannoo akka teetuuf barreeffante.