1 Corinthians 10:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf nami ani dhaabbadheera jedhee yaadatu, akka hin jinne ifi eegatuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan eju ufi sehu ha ufi eegatuuti aka injinne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii waan ejju ufi seehu ka akka hinjinne ufi eegatuutii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf ka waan dhaabate itti fakkaate akka hin kufne uf haa eeguu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf ka waan dhaabate itti fakkaate akka hin kufne ufi haa eeguu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf naminni waan dhaabate itti fakkaate akka hin kufnne, ufi haa eegu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf nami ani dhaabbadheera jedhee yaadatu, akka hin jinne ifi eegatuu ti.