1 Corinthians 10:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre jaalota tiyya! Waaqota dharaa waaqonfatiisa irraa fagaadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi jaalaani tiyya, waan harkaani boch'ani inkad'atiina, biraa fagaad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf jaallaan tiyya, waan harkaan bocan hinkadhatinaa, biraa fagaadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf obboleeyyan tiyya! waaqa tolfamaa waaqeffatuu irraa fagaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf obboleeyyan tiyya! waaqa tolfamaa kaddaamuu irraa fagaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa yaa obboleeyyan! waaqolee harkaan hojjataman waaqeffachuu irraa fagaadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre jaalota tiyya! Waaqota dharaa waaqonfatiisa irraa fagaadha'a.