1 Corinthians 10:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani isin worra hubatu waan teetaneef dubbadha; waan ani dubbadhu isinuu mura'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka waan isani nama qalbi qabu isaniti dubbad'a; waan anini jed'u herega.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akka waan isan nama qalbii qabuu isanitti dubbadhaa; waan anin jedhu herregaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan qalbii qabdaniif kana jedha; waan ani jedhutti isinuu murteessaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan qalbii qabdaniif kana jedha, waan ani jedhutti isinuu murteessaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka isiniin jedhu hubattoota ta'uu keessaniin, kanaaf waan ani dubbadhu, isin mataan keessanuu murtteessaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isin worra hubatu waan teetaneef dubbadha; waan ani dubbadhu isinuu mura'a.