1 Corinthians 10:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Daabboon takkaan waan jirtuuf, nuuti hedduu teenulle, duudiin keenna daabboo takkaa irraa waan qoodannuuf nuuti nafa tokkocha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan qit'aani toko ch'allaani jiruufi, nuuni ch'ufti, ato heddu taanele, nafa toko; wonti akanatiifi qit'a toko qoodanna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan qixxaan tokko callaan jiruuf, nuun cuftii, adoo hedduu taaneellee, nafa tokko; wantii akkanatiif qixxaa tokko qoodanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xoroshoon tokko waan ta'eef, nullee worra xoroshoo tokko san irraa qoodamu waan taaneef, hagamillee heddu yoo taane nu nafa tokkocha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Xoroshoon tokko waan ta'eef, nullee xoroshoo tokko san irraa worra qoodamu waan taaneef, hagamillee heddu yoo taane nu nafa tokkocha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nyaanni qulqullaayan hibisttiin tokko ta'uu isaatiin nu'llee nyaatuma tokko kana irraa ka qoodaminnu waan taaneef, yoma baay'eewwan taane'llee, qaama tokko.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daabboon takkaan waan jirtuuf, nuuti hedduu teenulle, duudiin keenna daabboo takkaa irraa waan qoodannuuf nuuti nafa tokkocha.