1 Corinthians 10:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Me kolbaa Israa'elii ilaala'a; worri waan ciinca'aaf dhikaatu nyaatu, tajaajila addee ciinca'aa qoodamiisatti hin jiruu ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa Israeli qaabad'a; worri waan sorio baasani nyaatu huji fulla sorio iti qalani inqoodata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gosa Israa'el qaabadhaa; warrii waan sooriyoo baasan nyaatu hujii fulaa sooriyoo itti qalaanii inqoodata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Israa'el namumma'aan godhe laalaa'a. Worri ciincaa nyaatan sunniin worra hulee ciinca'aa irraa qoodamuu mii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan Israa'el namumma'aan godhe laalaa'a. Worri ciincaa nyaatan sunniin worra hulee ciinca'aa irraa qoodamuu mii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mee waan ummanni Israa'eelii raawwate laalaa, ciinccaa dhiyaate'llee worri nyaatan, furdaan woliin tokkummaa hin qaban turanii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Me kolbaa Israa'elii ilaala'a; worri waan ciinca'aaf dhikaatu nyaatu, tajaajila addee ciinca'aa qoodamiisatti hin jiruu ree?