1 Corinthians 10:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Egasuu, ciincaan waaqota dharaatiif dhiyaatu, yookiin waaqoti dharaatuu bu'aa qaban jechuu kiyyaa ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maani jechu jira? Waan harkaani boch'aniifi sagaleeni isii baasani woma keesa jirtu jechu jira?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin maan jechuu jira? Waan harkaan bocanii fi sagaleen isii baassan homaa keessa hinjirtu jechuu jiraa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa maal jedha? ciincaa waaqa tolfama'aa waan bu'aa hin qabneef jedhaa? mo'o waaqa tolfamaa waan bu'aa hin qabne akka ta'u jedhaa? Miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa maal jedha; ciincaa waaqa tolfama'aa waan bu'aa hin qabneef jedhaa? mo'o waaqa tolfamaa waan bu'aa hin qabne akka ta'u jedhaa? Miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa kana yoo jedhu foon Waaqa harkaan hojjatameef qalame waan fayyadu jechuu kiyyaa ree? Yookiin Waaqinni harkaan hojjatame waan fayyadu jechuu kiyyaa ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eegasuu, ciincaan waaqota dharaatiif dhiyaatu, yookiin waaqoti dharaatuu bu'aa qaban jechuu kiyyaa ree?