1 Corinthians 10:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan duudiin hordofattoota Muuse'ee te'iisaaf duumensaa fi Abbaayaa guddoo tanatti cuuphamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dumansafi bisaani keesaleti worra Musa gula yau jed'ani, worra batisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dumansaa fi bisaan keessaalleetti warra Muusee gula yaa'u jedhaniitti, warra cuuphaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maruu Muuse'een wol fakkaachu'uuf duumessaa fi galaanaan cuuphaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maruu Muuse'een wol fakkaachu'uuf duumeessaaf galaanaan cuuphaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hirmmaatota Muse'ee ta'uuf'llee, duumessa kanaa fi garba ciisaa kanatti cuuphaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan duudiin hordofattoota Muuse'ee te'iisaaf duumensaa fi Abbaayaa guddoo tanatti cuuphamane.