1 Corinthians 10:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin muduunuu Gootta'aa keessaa unaa, muduunuu durriisotaa keessalle'ee unuu hin dandeettanu; isin qorii Gootta'aa keessaa nyaataa, qorii durriisotaa keessalle'ee nyaatuu hin dandeettanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mudunu Aabbootiifi ta jinni keesaa d'ugu indandeetani; sagale Aabbootiifi ta jinni wolti nyaachu indandeetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Muduunu Aabbootii fi ta jinnii keessaa dhuguu hindandeettan; sagalee Aabbootii fi ta jinnii walti nyaachuu hindandeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mijuu Goofta'aatii fi ka jinni'ii qixa dhuguu hin dandeettan; nyaata Goofta'aatii fi nyaata jinni'ii qixa qoodamuu hin dandeettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Untoo Goofta'aatii fi ka jinni'ii qixa dhuguu hin dandeettan; nyaata Goofta'aatii fi nyaata jinni'ii qixa qoodamuu hin dandeettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Duloo Goofta'aa dhuga'aa akkuma kana ammoo duloo jinniiwwanii dhugu'uuf hin dandeettan, nyaata Goofta'aa qoodamtoota taatanii, ammoo qoodamtoota nyaata jinniiwwanii ta'uuf hin dandeettan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin muduunuu Gootta'aa keessaa unaa, muduunuu durriisotaa keessalle'ee unuu hin dandeettanu; isin qorii Gootta'aa keessaa nyaataa, qorii durriisotaa keessalle'ee nyaatuu hin dandeettanu.