1 Corinthians 10:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yookiin nuuti Goottaa hinaassisaarraa ree? Nuuti isa caalaa jajjabaa ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani Aabbo qot'isisu feena? Waan nu isa ira jajabo
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yokaan Aabboo qoxxisuu feenaa? Waan nu isa irra jajjaboo seetanii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moo Gooftaa haa hinaafsifnuu? Nu isa caalaa jabaannaa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Moo Gooftaa haa hinaafsifnuu? Nu isa caalaa jabaannaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa kana raawwannu kanaan Gooftaa haa hinaaffsinnuu ree? Nu'u isaa caalaa ni jabaanna ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin nuuti Goottaa hinaassisaarraa ree? Nuuti isa caalaa jajjabaa ree?