1 Corinthians 10:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami tokko tokkonuu bu'aa mataa ifii callaa barbaaduu adoo hin te'in, bu'aa worra dhibi'iitille'eef yaaduu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni waan ufi ch'alla yaalu himmalle, ammo waan nama d'ibile yaalu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii waan ufii callaa yaaluu himallee, waan nama dhibiillee yaaluu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni maruu bu'aa gosho'oo ufiitiif malee tokkollee waan ufii hin barbaadin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni martinuu bu'a gosho'ootiif malee, tokkollee waan ufii hin barbaadin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokkoon tokkoon namaa faayiidaa kaanniniitiif'llee haa yaadu malee, faayidaa mataa isaa qofaa hin barbaadin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko tokkonuu bu'aa mataa ifii callaa barbaaduu adoo hin te'in, bu'aa worra dhibi'iitille'eef yaaduu ti.