1 Corinthians 10:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mama wodanaa keessan keessaa ka'u lakkissa'aatii, foon dikko'otti gurguramu duudii nyaadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fooni gabaya keesati gurgurani ch'ufa nyaad'a, sodaattani nama tokole ingaafatiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Foon gabayaa keessatti gurguran cufa nyaadhaa, sodaattanii nama tokkollee hingaafatiinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan gabayaa fooniititti gurguramu maraa uduu hin shakkine nyaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan gabayaa fooniititti gurguramu maraa uduu hin shakkine nyaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Shakkii sammuu keessan keessaa ka'u dhabamisiifttanii, foon gaba'atti gurguramu kamiinuu uduu hin shakkin nyaadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mama wodanaa keessan keessaa ka'u lakkisa'aatii, foon dikko'otti gurguramu duudii nyaadha'a.