1 Corinthians 10:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille akkuma Barreeffam Woyyichi jedhutti, “Lafaa fi wonni isii irra jiru duudiin ka Gootta'aa ti”.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma t'aafiini jettu, Lafafi wonti keesa jira ch'ufti ta Aabbooti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma barreessiin qulqulloon jettuu, “Lafaa fi wantii keessa jiraa cuftii ta Aabbooti”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka lafaa fi lafa irra guute maruu ka Goofta'aa waan ta'eef.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ka lafaa fi lafarra guute maruu ka Goofta'aa waan ta'eef.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ariddi'ii fi isii keessa ka jiru marri'llee, ka Goofta'aati.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille akkuma Barreeffam Woyyichi jedhutti, «Lafaa fi wonni isii irra jiru duudiin ka Gootta'aa ti».