1 Corinthians 10:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami hin dhugeeffatin tokko areerti'iif yoo isin waame, isinille dhaqiisaaf yoo murteeffattane, waan isin duratti dhiyaate, mama wodanaa keessan keessaa ka'u lakkissa'aatii nyaadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami Kristo ind'ugefanne mana ufiti isani yaame d'aqu feetani, waan isani dura kayani ch'ufa nyaad'a, gaafi male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii Kiristoo hindhugeeffanne mana ufiitti isan yaamee dhaquu feetanii, waan isan dura kaayan cufaa gaafii malee nyaadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hin amanne keessaa tokkollee yoo isin waame dhaquu yoo barbaaddan yaada keessaniin uduu hin shakkine waan isinii dhiyeessan maraa nyaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra hin amanne keessaa tokkollee yoo isin waame dhaquu yoo barbaaddan yaada keessaniin uduu hin shakkine waan isinii dhiyeessan maraa nyaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kristaana hin ta'in yoo isin afeeree fi afeerrii isaa'llee yoo fudhattan nyaata isiniif dhiyaatu kamiinuu, shakkii sammuu keessan irraa ka'u dhabamisiifttanii, uduu hin shakkin nyaadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hin dhugeeffatin tokko areerti'iif yoo isin waame, isinille dhaqiisaaf yoo murteeffattane, waan isin duratti dhiyaate, mama wodanaa keessan keessaa ka'u lakkisa'aatii nyaadha'a.