1 Corinthians 10:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan martinuu sagalee ayyaanaa ta wol fakkaattu nyaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ch'ufti qit'a mama suni nyaate
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii cuftii qixxaa mamaa sun nyaatee
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maruu nyaata Ayyaanaa san nyaatan; maruu dhuddoo Ayyaanaa san dhugan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maruu nyaata Ayyaanaa san nyaatan; maruu dhuddoo Ayyaanaa san dhugan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Marrinuu nyaata hafuura bifa tokkoo ni nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan martinuu sagalee ayyaanaa ta wol fakkaattu nyaatane.