1 Corinthians 10:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Waaqa galateeffataa yoo nyaadhe, waan ittiin Waaqa galateeffadhuuf maaf komatama?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi anini sagale tiyyaafi galata Waaqaa deebise nyaad'e, nami tokoleeni maafi waan hamtu naani jed'a?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Eegii anin sagalee tiyyaaf galata Waaqaa deebisee nyaadhee, namii tokkolleen maaf waan hamtuu naan jedha?”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee yoo badhaadha Rabbiitiin nyaadhe, waan itti galatoonfadhuuf maaf arrabama?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee badhaadha Rabbiitiin yoo nyaadhe, waan itti galateeffadhuuf maali'iif arrabamaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani Waaqa galateeffata'aa yoo nyaadhe waan Waaqa galateeffadhu'uutiin maali'iif gilndifama?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Waaqa galateeffataa yoo nyaadhe, waan ittiin Waaqa galateeffadhuuf maaf komatama?