1 Corinthians 10:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre yennaa nyaattanulle te'e yennaa untanu, yookiin waan gootanu mara ulfinna Waaqaatiif godha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan tolchitani ch'ufa, yo nyaattani d'uuddanile, maro guddinna Waaqaatiifi tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba waan tolchitan cufaa, yo nyaattanii dhuuddaniillee, marroo guddinna Waaqaatiif tolchaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu waan dhuddanii fi waan nyaattan yoo ta'e yookaan waan kamiinillee yoo gootan, waa maraa ulfinna Rabbiitiif godhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu waan dhuddanii fi waan nyaattan yoo ta'e yookiin waan kamiinillee yoo gootan, waa maraa ulfinna Rabbiitiif godhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa yoo nyaattan ta'ee yoo dhugiddan yookiin woma kamiiyyuu yoo raawwattan, waan maraayyuu ulfinna Waaqaatiif raawwadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre yennaa nyaattanulle te'e yennaa untanu, yookiin waan gootanu mara ulfinna Waaqaatiif godha'a.