1 Corinthians 10:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra Yihudootaa yookiin worra Yihudoota hin te'in yookiin wolde'a Kiristaana Waaqaa hin gufachiisina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudifi gosa d'ibiifi gumi Waaqaa ingufachiisina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudii, gosa dhibii fi gumii Waaqaa hingufachiisinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo hedduun isaanii akka fayyaniif bu'aa isaaniitiif malee, bu'aa kiyya uduu hin barbaanne;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammoo hedduun isaanii akka fayyaniif bu'aa isaaniitiif malee, bu'aa kiyya uduu hin barbaanne waa maraanuu nama maraa akka gammachiisu Yihuudii, namoota Giriikiitii fi woldaa Kiristaanaa ta Rabbiitittillee gufuu hin ta'inaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudicha'llee yoo ta'e, Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne'llee yoo ta'e, woldaya Waaqaa'llee yoo ta'e, eennuun'llee hin gufachiisnaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Yihudootaa yookiin worra Yihudoota hin te'in yookiin wolde'a Kiristaana Waaqaa hin gufachiisina'a.