1 Corinthians 10:33 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani nami duudiin akka fayyuuf bu'aa worra dhibi'ii malee, bu'aa mataa kiyyaa adoo hin barbaadin, waan huju maraan nama akkuma gammachiisu isinille akkasuma godha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma anini tolchu tolcha: waan tolchu ch'ufaani anini nama gammachiisu fed'a, waan dansooma tiyya inheregu, ammo dansooma nama ch'ufa herega, aka nami ch'ufti baafamu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma anin tolchu tolchaa; waan tolchuu cufaan anin nama gammachiisuu fedha, akka namii cuftii baafamu waan dansooma kiyyaa hinherreguu, dansooma nama cufaa herrega.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waa maraanuu nama maraa akka gammachiisu Yihuudii, namoota Giriikiitii fi woldaa Kiristaanaa ta Rabbiitittillee gufuu hin ta'inaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani marrinuu akka fayyaniif faayiddaa kaaniiniitiif malee, faayiddaa mataa kiyyaa uduu hin barbaadin, waan naminni marrinuu raawwatu maraanuu akka gammachiisutti, isin'llee akkuma kana raawwadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani nami duudiin akka fayyuuf bu'aa worra dhibi'ii malee, bu'aa mataa kiyyaa adoo hin barbaadin, waan huju maraan nama akkuma gammachiisu isinille akkasuma godha'a.