1 Corinthians 10:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan martinuu unii ayyaanaa ta wol fakkaattu unaneeran. Uniin isaan unanelle rassaa ayyaanticha isaan hordofiisatti jiru irraa maddite; rassaan sunille kiristoos.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
bisaani mama sunuma d'uge; wonti akanatiifi d'akha mama ka worra gula deeme keesaa bisaani d'ugani; d'akhaani suni Kristo.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
bisaan mamaa sunuma dhuge; wantii akkanaatiif dhakaa mamaa ka warra gula deeme keessaa bisaan dhugan; dhakaan sun Kiristoo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Marti isaaniituu mijuu Ayyaana bifa tokkoo dhugan; dhuddoon irraa dhuganillee dhagaa siida'aa ka faanaa deema'aa turan san; dhagaan sunillee Kiristoos.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Marti isaaniituu untoo Ayyaana bifa tokkoo dhugan; untoon irraa dhuganillee dhagaa siida'aa ka faanaa deema'aa turan san; dhagaan sunillee Kiristoos.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Marrinuu dhugaatii hafuuraa ka bifa tokkoo ni dhugan, ka dhugan'llee isaan horddofa ka ture siidaa hafuuraa san irraa ka burqqee ture, siidaan dhaga'aa sun'llee mataa isaatuu Kristosiin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan martinuu unii ayyaanaa ta wol fakkaattu unaneeran. Uniin isaan unanelle rassaa ayyaanticha isaan hordofiisatti jiru irraa maddite; rassaan sunille kiristoos.