1 Corinthians 10:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Teetuu malee, Waaqi isaan keessaa worra heddu'utti waan hin gammadiniif reeffi isaanii goomolee keessatti bittinnayee hafe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo taatule Waaqi worrati dalane, reefi worraa lafa aloo ch'ufa keesa firfirfame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo taatuullee Waaqii warraatti dallaneetti, reefii warraa lafa aloo cufa keessaatti bittinaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammo worra baay'innaan isaan caalu sanniinitti hin gammanne; waan lafa gammooji'iititti kufaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi ammoo worra baayi'innaan isaan taru sanniinitti hin gammanne; waan lafa gammooji'iititti kufaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ta'ee Waaqinni baayi'eewwan isaanii titti hin gammanne, kanaaf reeffi isaanii gammooji'itti kufee hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Teetuu malee, Waaqi isaan keessaa worra heddu'utti waan hin gammadiniif reeffi isaanii goomolee keessatti bittinnowee hafe.